Wednesday 30 April 2014


Breaking News: Life Bullet Against Oromo Students

Umni Waraan wayyaanee Agazi berged jedhamuu fi Federal polis jedhamu Bartootta Oromoo fi Uummata nagaa seeraan ala miidhuu dhiisee gara Mootummaa seeraan ala Uummata miidhaa jiru tti afaan Qawwee garagalfachuuf sochii eegalan!
Umni Waraan wayyaanee Agazi berged jedhamuu fi Federal polis jedhamu Bartootta Oromoo fi Uummata nagaa seeraan ala miidhuu dhiisee gara Mootummaa seeraan ala Uummata miidhaa jiru tti afaan Qawwee garagalfachuuf sochii eegalan!

Uummanni Amboo Waraanni Wayyaanee Dhiha Oromiyaa Wallaggatti Akka Hin Dabarreef Bakkoota 16 ol ta’anitti mukkeen guruguddaa jigsuun gootummaan diina dura dhaabbatan


10264967_795618067136885_5247621102292439319_nEbla 30/2014 uuummaanni Oromoo fi Dargaggeessii Oromoo Baraattootni Oromoo fi Barattootni Oromoo sadarkaa 1ffaa, 2ffaa, Qopha’inaa fi University Amboo yeroo amma kanatti hiriiraa guddaa guyyaa shaniif itti fufiinsaan gaggeessa jiru. Kessaattuu isa guyyaa har’aa wanti adda isa godhuu, Ummaanni Oromoo Magaalaa Amboo Jaarsaa, Jaartii, Manguddoon, Da’imnii waggaa 8tii olii, Shamarraan Dargaggeessii, Daldaltootni, fi Barattootni utuu hin hafiin keessatti qoodaa guddaa Fudhachuun FDG gaggeeffamaa jira. daandiin konkolaataa Finfinnee Amboo keessa dabarsee Dhiha Oromiyaa geessuu Cufameera,Gudarii fi Amboo Gidduu Bakka 16ttii Daandiin mukaa fi dhagaa Goommaa Konkolaataa karaa irratti Guuruun gubuun, Warannii Wayyaanee akka Wallaggatti gadi hin darbinee Amboo ittisee qabee Bilisummaa isaaf falmachaa jir.
Magaalaa Amboo keessatti daandiin keessaa keessaa fi daandiin guddaan dhagaa fi mukoota karaa irratti guuruun uummaanni daandii cufee;-
  1. Gaaffii keenyaaf deebii nuuf kennaa Ijioolleen keenya hidhamaan nuuf haa hiikaman,
  2. Nu hin ajjeesinaa waggaa 24 nuu ajjeessa turtan nurraa galaa isin ga’a .
  3. Qotee bulaa lafa isaa irraa hin buqqisiinaa,
  4. Finfinneen bulchiinsa Mootummaa Nannoo Oromiyaa jalatti deebitee Ofii keenyaan bulchachuu qabna,
  5. Mirga Dimookiraasii Namummaa nurraa hin sarbiinaa,
    Warannii kun itti gaafatama seenaa keessa jirtuu nu hin ajjeesinaa mirga keenyaaf falmanna, -Gaaffiin mirga abbaa biyyummaa deebii argachuu qaba,
  6. Bilisummaa barbaadna, garbummaan nu ga’a,
  7. Isiin nu hin bulchitan, waggaa 24 nutti taphattan,
  8. Ilmaan Oromoo hidjhaman haa hiikaman
Jechuun Hiriira Nagaa Guddaa ganama sa’aa 2;00 irraa egaluun kan jalqabame hanga amma sa’aatii 8;00tti itti fufee jira, Mootummaan Wayyaanee Sochii uummataa kanatti aaruun rasasasa uummata irratti roobsa jira, rasaasa Waranaana Wayyaaneetiin namoonni hedduun madaa’aniru.

Mana barumsaa sadarkaa lammaffaa fi Qophaa’inaa Gimbii fi Mandii keessatti FDG dho’uun itti fufe

1911976_10101049160894953_3364764981671651907_nManneen barnootaa sadarkaa lammaffaa fi Qophaainaa keessatti barattootni Oromoo goototni imaanaa gootawwanii tiksan gaaffii abbaa biyyummaa itti fufuun magaala Gimbii mana barumsaa sadarkaa lammaffaa fi Qophaainaa Kompiriheensivii Gimbii keessatti FDG gaggeessan. Barattootni Oromoo gaaffiin mirgaa ilmaan Oromoo QBO keessatti wareegama baasaa as gahee fi haras itti jiru deebiuu qaba jechuudhaan FDG gaggeessanii jiran. Barattootni oromoo kunneen mana barumsaa keessatti walgahuudhaan tokkummaadhaan ABO gaachana ilmaan Oromoo tahuu kan dhaadatan Yoommuu tahu waardiyaan mana barumsaa fi waraanni mootummaa wayyaanee dura dhaabbatus gaaffii mirgaa irraa humni duuba nu deebisu tokko illee hin jiru, Uummatnis gamtaadhaan kaee falma jabaa gaggeessuutu irraa eegama jechuudhaan murtii dhumaa dabarfatanii jiran. Manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa keessattis barattootni Oromoo gaaffii mirgaa abbaa biyyummaa fi walabummaa Oromiyaa itti fufuu Qeerroon Gimbii gabaasee jira.
Kana malees barattootni Sadarkaa lammaffaa Mandii Mootummaan wayyaanee abbaa irree waan taheef biyya bulchuu hin qabu jechuudhaan dhaadannoo dhageessisaa FDG bobeessan. Mootummaan wayyaanee bakka maraa diddaa gaggeeffamaa jiru dura dhaabbachuu kan dadhabde yoommuu tahu Barattoota Oromoo mana barumsaa Mandii sadarkaa lammaffaa Mandii waraana hedduumminaan itti bobbaasuun reebicha hamaa irraan geessee jirti. Barattootni oromoo mana barumsaa kanaas reebicha mootummaan wayyaanee irraan gaggeessaa jiru dura dhaabbachuudhaan dhaadannoowwan
1. Oromiyaan kan keenya
2. Kanneen hidhaman haa hiikaman
3. Mootummaan wayyaanee Gamboomfataa dha
4. Nuyi Qeerroo dha
5. Oromoon Lagaan hin qoodamu
6. Finfinneen handhuura Oromiyaati
7. Sagaleen Uummata Oromoo haa dhagahamu
Kanneen jedhanii fi biroo dhageessisaa oolanii jiran. Oromiyaa keessatti ibidda qabatee mootummaa wayyaanee barbadeessaa jirutti tumsa Gochuun Oromoon Gumaa gootawwan keenyaa akka deebisu Qeerroon magaala Mandii gabaasee jira.

Goototni Barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Dirree Dawaa FDG qabsiisuun diina raasan. Dhaadannoolee garaa garaas dhageessisan

dirree-daawwaaMootummaa wayyaanee irratti diddaan Barattootaa jabaachuudhaan kan itti fufe Yuunivarsiitii Dirree Dawaa keessatti finiinuun itti fufe. Mootummaan wayyaanee garboomfataa dha, Hundeedhaan buqqauu qaba, Kanneen hidhaman nuuf haa hiikaman, Siidaan Minilk haa buqqau, Finfinneen handhuura Oromiyaatu, Lafa naannawa Finfinnee Murree hin kenninu jechuudhaan dhaadannoo qababachuudhaan ganama saa 8:00 AM irraa kaasanii dhaadannoo dhageessisuu kan eegalan Barattootni Yuunivarsiitii Dirree Dawaa Uummatni Oromoo magaala Dirree Dawaa keessatti argamus Dargaggootni Oromoo hiriiraa fi dhaadannoo dhageessifamaa turetti dabalamuun mootummaa wayyaanee dhiphina guddaa keessa seensisee jira.Goototni barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Dirree Dawaa mootummaan wayyaanee hiriira nagaa seera biyyaan lafa kaawe deebisee dhorkuun isaa abbaa irrummaa isaa dachaan mirkansa kan jedhan yoommuu tahu wayyaaneen waraana hedduumminaan bobbaasuun reebichaa fi doorsisaan akkasumas hidhaan dura dhaabbachuu yaaltus barattootni Oromoo gamtaan kauun diina dura dhaabbachuun dhaadannoo dhageessisaa oolanii jiran.
Barattootni Oromoo Yuunivarsiitii kanaa Waamicha Oromummaa nu dhaqqabeen gahee keenya baane jechuun Uummatni Oromoo qotee bulaan, daldalaan, Hojjetaan nuyi ilmaan keessan ulee diinaan rukkutamaa fi ajjeefamaa waan jirruuf bakka jirtanii kaatanii waan qabdan maraan diina keenya Wayyaanee dura akka dhaabbatan jechuun Waamicha Oromummaa dabarfatanii jiran.

Godina Lixa Shawaa Aanaa Midaa Qanyiitti FDG Gootota Barattoota Oromoo M/B Ballaammii Sadarkaa 2ffaa Eegale

10177494_10101049155665433_4341322801132507685_nEbla 30/2014 Godina Lixa Shawaa Aanaa Midaa Qanyiitti FDG Gootota barattoota Ooromoo M/B Ballaammii sadarkaa 2ffaa fi qopha’inaa fi uummata Ooromoo Magaalaa Ballaammiitiin har’a sa:aa 8:00 wd irraa eegaluun amma gaggeeffamaa jira, hirirri nagaa kun gaaffii barattootni kenyaa dhaabbilee barnoota olaanoo kanneen akka yuunibarsiitii Jimmaa, Harammaayyaa, Amboo, Adaamaa, Wallaaggaa, Mattuu fi Bulee Horaa kaasaa jiran guttummaan isaa Ggaaffii keenya jechuun sabboontotni Bbarattootni mana barumsaa Ballaammii sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’inaa uummaata Mmagaalaa Baallaammii waliin ta’uun hiriira guddaa gaggeessuu irraatti argamu. Akkuma dhaabbilee barnoota olaanoo Gaaffii isaanii iyyaannoodhaan karaa seeraa qabeessaa ta’een Bulchiinsa aanaa Midaa Qanyii fi Bulchiinsa M/B Baallaammiitti galchachuun hiriiraa mormii guddaa kan uummata 4000 ol hirmaachisee gaggeessuu irraatti argamu, 
 Yeroo amma kanatti akkuma baratame mootuummaan abbaa irree wayyaanee humna waraanaa liyuu hayil fi kora bittinneessa jedhamu hiriiricha dura dhaabuun, Gaazii summa’aa kan nama boosisuu irraatti dhukaasuun bittinneessuuf yaalii guddaa godhus uummaannii fii barattootni nuti mirga keenyatu sarbamee mirga keenyaaf falmannaa jechuun FDG haalaan qinda’aa fi jabaa ta’ee itti fufee jira. Bbarattootni Mana Barumsaa Gabaa Kamisaa sadarkaa 1ffaa kutaa 1 -8ffaa barachaa jiran mana barumsaa gadhiisuun yeroo kanatti hiriirichatti makamaa jiru, Dargaggootni Oromoo mAgaalaa Ballaammii fi Barattootni Ooromoo Magaalaa keessaa nannaa’uun dhaadannoo isaanii dhageesisuun itti fufe. gabaasaan kun itti fufa.

Tuesday 29 April 2014

Itti Fufa FDG Qeerroo Yuuniversitii Jimmaa Ebla 12,2014

Fincilli Diddaa Gabrummaa (FDG) Barattoota Oromoon Eegale Har’as Ebla 12, 2014 Yuuniversitii Jimmaa Keessatti Itti Fufe!

Gabaasa Qeerroo Bilisummaa Ebla 12/2014 Jimmaa


Warraaqsii FDG Qeerroon Bilisummaa Qabsiisaniin Baratootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimma Ebla 11, 2014 eegalan itti fufuun guyyaa har’aa Ebla 12, 2014 bifa adda ta’een itti fufan.
FDG guyyaa kaleessa irra kaasee barattoota Oromoon eegaluun haala jabaataa fi qindoomina guddaa kan qabu guyyaa lammaaffaaf jabaatee itti fufee jira. Goototni Baratootni Oromoo Yuunibarsiitii Jimma Iyyannoo isaanii bulchiinsa Yuunibarsiitii Jimmaatti guyyaa kaleessa galchachuun hiriira mormii sirnota abbaa irree balaaleffatuu qindeessuun dhaadannoo cimaa dhageesisan.
Guyyaa har’aas gaaffii gaafannee fi iyyaannoo keenyaaf deebii kallattii fi Sirnaa barbaannaa jechuun sa’aatii 6:00 irraa eegaluun hiriira mormii guddaa fi Dhaadannoowwaan itti aanu kana dhageesisan:
1. Oromiyaan Haa Bilisoomtuu!
2. Humna Waraanaan Eegamuun Nurraa haa Dhaabbatu!
3. Motummaan Abbaa Irree Angoo Haa Gadhiisuu!
4. Gurgurtaan Lafa Oromoo Irraa haadhabbatu!
5. Siidaan Miniliik Finfinnee fi Oromiyaa keessa haa buqqa’u!
6. Siidaan Eebbisaa Addunyaa Haa Ijaaramu!
7. Gaaffiin keenya Gaffii Mirgaa, Gaffii Dimookiraasiiti!
8. Hidhaan, Ajjeechaa, Biyyaa Irraa arii’atamuun nurraa haadhaabatu!
9. Mirgii Abbaa Biyyummaa Uummataa Oromoo haa kabajamuu!
10 Mootummaan Garbomsaa Hundeen Nuraa Haa Buqqa’uu! kan jedhuu fi kkf dhageesisuun hiriirri mormii cimaan gaggeeffame, FDG Qabsoo uummataa Oromoo keessatti boqonnaa haarawaa banuun jabaatee itti fufee jira.

The hypocrisy of foreign funding laws in Ethiopia


The hypocrisy of foreign funding laws in Ethiopia

BY TOR HODENFIELD
April 29, 2014 (Open Democracy) — In the constantly shrinking space for civil society around the world, Ethiopia faces some enormous challenges in generating local support. Largely due to the country’s new CSO Proclamation, which severely restricts foreign funding of rights groups, human rights work in the country has nearly shut down. But can local donors pick up the slack?
Across the globe, the space for Civil Society Organizations (CSOs) to operate is rapidly shrinking. In fact, the US Ambassador to the United Nations, Samantha Power, recently lamented that over the past five years at least 40 countries have embraced legislation restricting access to foreign funding and limiting the legitimate activities of CSOs. Similarly, a 2013 report by CIVICUS, the global civil society alliance, concludes that many governments are failing to honour their promise to create an “enabling environment” for civil society. Dozens of other countries, under the pretence of safeguarding national security and state sovereignty, have proposed similar laws to unduly temper the influence of independent organizations.
Recently on openGlobalRights, Saskia Brechenmacher and Thomas Carothers noted that while dependence on foreign donors for human rights work is high, many governments are not only restricting but also vilifying domestic CSOs who receive foreign assistance. Indeed, as Melaku Mulualem pointed out, when the Kenyan government attempted to place heavy restrictions on NGO foreign funding, they portrayed local NGOs as “money scavengers” and agents of foreign intervention. As local funds have yet to materialize in significant amounts, these interventions are creating an environment in which many local human rights organizations are simply shutting down. In this shrinking space, James Ron and Archana Pandya argue that human rights NGOs must find different ways to market their work, so that local populations are more inspired to support them. Correspondingly, Okeoma Ibe strongly advocates for local support for local rights, arguing that NGOs throughout the global South must distance themselves from international funding to avoid being hamstrung by external demands. But can local donors actually pick up the slack?
Ethiopia is no exception to these government restrictions and domestic funding challenges. In fact, it has one of the most debilitating laws in the world for civil society operations. The country received nearly $4 billion in development aid from the US and other western countries in 2013, arguably due to its strategic and military importance. However, while relying on international funding to supplement 50-60 percent of its national budget, the government has criminalized most foreign funding for human rights groups. Under the CSO Proclamation, organizations working on a number of human rights issues, including the advancement of democratic rights, rule of law and the promotion of the rights of children and the disabled, can only receive 10 percent of their budget from foreign funding.
Such blanket restrictions have precipitated the near complete cessation of organized human rights activity in the country. While official figures put the number of the registered CSOs at 4000 – a remarkably low figure for a country with a population nearing 100 million – several Ethiopian civil society activists working in the capital contend that no more than three independent human rights organizations actually remain.
Even then, the few organizations that have refused to abandon their human rights activities in exchange for access to international funding have been forced to make crippling cutbacks. In 2010, the Human Rights Council (HRCO), Ethiopia’s first and only remaining human rights monitoring group, closed nine of its twelve offices and cut 85 per cent of its staff. At the same time, Ethiopia’s most prominent women’s rights group, the Ethiopian Women’s Lawyers Association (EWLA), was forced to cut 70 per cent of its staff.
International human rights organizations are further barred from working in Ethiopia under the CSO Proclamation. Representatives of the global human rights group Amnesty International were summarily expelled from the country last year despite having a secured a business visa. In addition, representatives of other international human rights organizations have reported being denied entry upon arrival.
In response to growing international criticism of the law, the Ethiopian government, seemingly unconcerned by the glaring hypocrisy of its dependence on international assistance while criminalizing the same for human rights organizations, has exhorted CSOs to seek greater domestic support to fund their operations. However, severe limitations found in the CSO Proclamation on domestic resource mobilization, as well as a strong contagion of fear about supporting activist causes, have proved insurmountable hurdles to financial “self-sufficiency.”
For example, Ethiopian CSOs must secure explicit authorization from the Charities and Societies Agency – the government authority tasked with overseeing implementation of the CSO Proclamation – to organize a domestic fundraising event. Independent organizations that manage to traverse the labyrinth of bureaucracy erected by the Agency are regularly subjected to discriminatory application of the law. In 2013, the Agency forced the Human Rights Council (HRCO) to cancel a number of proposed fundraising events due to repeated delays and outright rejected other applications.
The law further stipulates that CSOs submit detailed information of all benefactors and members to the Agency. In a country that has the dubious distinction of having the second highest number of imprisoned journalists, according to the Committee to Protect Journalists, and that regularly detains opposition party members and human rights defenders, such requirements have become a strong deterrent to securing financial support from Ethiopia’s growing middle class.  The Human Rights Council (HRCO) has reported a swift decline in membership following the introduction of the CSO Proclamation while a number of independent development groups have observed a growing reticence among small business owners to openly support their work.
In addition, as Osai Ojigho has noted, the African continent in general has little history of donating to social justice NGOs, and African philanthropists usually prefer to donate to projects with tangible results like schools and hospitals. These issues in combination with restrictive laws and a hostile environment make the generation of local funds extremely difficult.
While considerable attention has been paid to the debilitating effects of the CSO Proclamation on human rights groups, development organizations permitted to receive foreign funding have not been spared from the government’s campaign to silence all independent monitoring and reporting of its policies. A number of independent development organizations that do not have explicit human rights mandates have reported severe obstruction by the government, including instructions to cease any form advocacy or policy analysis and focus exclusively on service delivery activities.  Such restrictions have left the country increasingly bereft of any independent assessment of its development prerogatives and have further undermined Ethiopia’s ability to ensure equitable and sustainable development for the entire population.
The drastic contraction of human rights activity in Ethiopia precipitated by the 2009 CSO Proclamation is a stark reminder of the severe democratic backsliding hastened by restrictive NGO laws. While having local funds for local projects is ideal, this solution is highly unlikely in the Ethiopian context. If the government itself cannot function without international funds, it cannot possibly expect civil society to do so, and that is exactly the point. As the international community, including the UN Human Rights Council, which just organized its first ever formal discussion on civil society space, debates rising restrictions on civil society across the world, it is now especially crucial to underscore the duplicity of states that receive significant amounts of foreign aid while simultaneously denying CSOs the same privilege.
Source: Open Democracy

#OromoProtests:VOA:Mirgi AbbaaBiyyummaa Oromoo Heeraan Kennameef Haa Kab...