Dimokraasiin Biyya Ethiopia jedhamtu keessatti kunoo kana fakkaata!!!
Hospitalli Naqamtee dhiiga Ilmaan Oromootiin guutameera!!!
Saffisaan Oromiyaa guddisuun
Qaroo
Ilmaan Oromoo Abdii buroo kan ta'an itti duuluu, ajjeesuu, hidhuu,
tumuu, mana barumsarraa'ari uu, doorsisuu, fi k.kn f.f taniin oromia
nuuf guddifuun lallabaa jiran!!!
No comments:
Post a Comment