Balleessuuf sanyii kee
dhaabsisanii dhala
fokkisuuf suuraa kee
fakkeessanii dhara
beelessuuf beelaa kee
agabanii garaa
dheebossuuf dheebaa kee
dhorkanii areera
ayyaantuu ayaa- amboo
jiraan kan kee lafatti
kufe du’a diddaaf
akka ilma Badhaanee
akkaJaagamaatti
akka ilma Kafanii
akka Daraaraatti
akka ilmaan Oromoo
Oromiyaa bal’aatti
taate aarsaa firaa!!!
dhaabsisanii dhala
fokkisuuf suuraa kee
fakkeessanii dhara
beelessuuf beelaa kee
agabanii garaa
dheebossuuf dheebaa kee
dhorkanii areera
ayyaantuu ayaa- amboo
jiraan kan kee lafatti
kufe du’a diddaaf
akka ilma Badhaanee
akkaJaagamaatti
akka ilma Kafanii
akka Daraaraatti
akka ilmaan Oromoo
Oromiyaa bal’aatti
taate aarsaa firaa!!!
ciraattee far- dhufe
faagga itti-afuufee
gogaa awwaalasaa
diigee dhisee horfee
lagni torban ambo
dirree ceepse fafee!!!!!
faagga itti-afuufee
gogaa awwaalasaa
diigee dhisee horfee
lagni torban ambo
dirree ceepse fafee!!!!!
diinni okolee didaa
okkotee hindiduu
kan qeeransa xuqu
adurree’n badaduu
bukkee sangaa raadaa
dhakaan gaadaa gaadu!
okkotee hindiduu
kan qeeransa xuqu
adurree’n badaduu
bukkee sangaa raadaa
dhakaan gaadaa gaadu!
gumiin gabaa daboo
gaachana moo eboo??
wabii waabii waboo
waaree waartuu wamoo
galgala gara-amboo…
hiibbak jedha qomoon
Abbbaan Duulaa hiibboo?????
gaachana moo eboo??
wabii waabii waboo
waaree waartuu wamoo
galgala gara-amboo…
hiibbak jedha qomoon
Abbbaan Duulaa hiibboo?????
No comments:
Post a Comment