Friday, 9 May 2014


Oduu / Oromiyaa

Hiriirri guddaan tokko har’a Lammiiwwan Oromootiin as Washington DC fi naannoo addunyaa keessatti geggeessamee jira.

Hiriira Mormii Washington DC keessatti Lammiiwwan Oromoon geggeessame
Hiriira Mormii Washington DC keessatti Lammiiwwan Oromoon geggeessame
TEXT SIZE
VOA
— Hiriirri kun magaalaa Finfinnee magaalottii naannoo jiran kan Oromiyaa waliin wal qabsiisuuf master palan qopahaa’ee mormuu dhaan barattootaa fi uummata hiriira mormii geggeessu irratti tarkaanfii mootummaan fudhate mormuuf ture.
 
Ministrii dantaa alaa Ameerikaa-tti Itti gaafatamtuu Deeskii Itiyoopiyaa Vernelle TrimMinistrii dantaa alaa Ameerikaa-tti Itti gaafatamtuu Deeskii Itiyoopiyaa Vernelle Trim


Kanneen Washington DCtti hiriiran irraa xalayaa isaanii kan fuudhan ministrii haajaa alaa irraa itti gaafatamtuu deskii Itiyoopiyaa Vernelle Trim yoo ta’an kanneen maatii namoonni hiriira sana irratti duraa du’aniif gadda itti dhaga’ame ibsuu dhaan dhiittaa mirga namaa Itiyoopiyaa keessatti raawwatamaa jiru akka dhaabatuuf irratti hojjenna jedhan jechuu dhaan qindeessitoonni ibsaniiru. Hiriirri

fakaataan kutaalee US garaa garaa dabalatee biyyoota kan akka Afriikaa kibbaa Germany, Netherlands, Asustrlia, Switzerland, Sweden, Yemen fi kanneen biroo keessatti
geggeeffameera.
 
Gabaasaa Guutuu Armaa Gaditti Caqasaa

No comments:

Post a Comment