Magaalli Dabi Doolloo fi Naannoo Ishee Waraana Wayyaanee Goolamaa Jira.Barattooti 2 Loltootaan Ajjeefaman,Ummanni hedduus madaaye
Gama biraan duumessi hanga namni wal arguu 
hin dandeenyetti uumame. Diddaan uumataa guyyaa boruus akka itti 
fufuudha sa’aa dheeraaf networkin Dambi Doolloo irra jiru nama waliin 
hin dubbachiisu,akkasuma Najjoo irratti kan ka’e baayinni
waraana Wayyaanee halkanii guyyaa dabaluudhaan namoota akka toohataman tahe,naannoo magaalaa Gambii irratti diddaan akkuma jirutti itti fufaa jira,barataan yuuniversitii wallaggaa barumsatti akka hin deebinee fi eenyuyyuu akka hin baranne akeekkachiisa xumuraa kennee jira barataan barumsaaf qophii qabu yoo jiraate tarkaanfiin addaa barataadhaan akka irratti tahu dhaamsi darbeera guyyaa har’a isa kanaaf eenyuyyuu diddaan kun utuu hin galma hin gayin barumsatti akka hin deebine jabeessanii dhaamsa dhaamaa jiru barattootni Oromoo yuuniversitii Wallaggaa,haala itti fufu gabaasa waliin jirra.

No comments:
Post a Comment