Sunday 11 May 2014

Breaking News: Wallagga Gimbii Keessatti Diddaan Wayyaanee fi Ergamtoota Wayyaanee Irratti Ka’e Jabaatee Itti Fufe

Magaalaa Gimbii Keessatti mormii guddaatu adeemsifamaa jira. Humni waraanaa uummata to’achuu hin dandeenye. Miidhamtoonni hedduun hospitaala seenanii jiru daqiiqaa muraasa dura lubbuun nama tokkoo baateetti.dubbiin kun baayyee cimaa jira!
Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com

No comments:

Post a Comment