Wednesday 21 May 2014


Oduu gaddisiisaa fi dararmaan mootummaa woyyaaneetiin barattoota oromo irratti godhamaa jiru yuniversitii naqamne adeemsifte jira barattoota Oromo iddoo doormii
Isaani keessatti babala cabsuudhaan woyyaaneen barattoota irratii miidhaa hammana hin jedhamne adeemsifte
Shammarraan6 fi dhiiraa 12 ijoollee 3
Rasaasaan kan dhahman hardha mana yaalaa gadi dhiisaa jedhaiin miidhaa heddu Irraan gahniiru.harkaa fi Oromo isaanii kan cabsaniis jiru akkasum mucaan isiin argitan kun ija isaa miidhamiiru.
Mee yaa obboleeyyan too obboleeyyan keeny kun gargaarsa waan barbaadaniif worri gargaaruu feetan karaa (((inbox)))na gaafadhaa
Karaa ittiin gargaaruu isinii ibsaa akka hin yaalamne waan dodhaniif birri karaa maatii ittiin gala dhabaiiru please obboleeyyan too birmdhaaf mee wol taanee haa gargaaruu!!!!!

No comments:

Post a Comment